Isa dukaan deema
- Genre:Gospel
- Year of Release:2024
Lyrics
Isa duukaan deema isa biraa hin hafu
Inni ana eeguu hin mugu hin rafu
As miti manni koo ani keessummaadha
Karaan deemaa jira biyyi koo fagoodha
Garuu homaa hin sodaadhu inni harka naqaba
Nan jabaadha malee maalifan dadhaba
Akka warrra gowwaa booddeetti hin deebi'u
Gooftaa koottii ba'ee jiraachuu hin danda'u
Keessa koo iddoo hulfinaa Yesuustu jiraata
An isan jaalladha innis na jaal'ata
see lyrics >>Similar Songs
More from Samnas Berhanu
Listen to Samnas Berhanu Isa dukaan deema MP3 song. Isa dukaan deema song from album Waaqayyo Nama Kaasa is released in 2024. The duration of song is 00:05:25. The song is sung by Samnas Berhanu.
Related Tags: Isa dukaan deema, Isa dukaan deema song, Isa dukaan deema MP3 song, Isa dukaan deema MP3, download Isa dukaan deema song, Isa dukaan deema song, Waaqayyo Nama Kaasa Isa dukaan deema song, Isa dukaan deema song by Samnas Berhanu, Isa dukaan deema song download, download Isa dukaan deema MP3 song