Waaqayyo nama kaasa
- Genre:Gospel
- Year of Release:2024
Lyrics
Waaqayyo nama kaasa
Tuullaa kosii keessaa
Gaafa ga'u yeroon isaa
Ceephoo nama irraa fageessa
Amma inni nu yaadatutti gaafii taanee jiraannaa
Abdii keenyas kutannee nama teenye fakkaanna
Garuu nuuf banuuf jira burqaa haaraa
Kan diinni cufee ture bara dheeraa
Duraa fi duubaan cufaadhaa eessaan keessaa ba'ama
Ba'aas baatanii adeemuun baay'ee namatti cima
see lyrics >>Similar Songs
More from Samnas Berhanu
Listen to Samnas Berhanu Waaqayyo nama kaasa MP3 song. Waaqayyo nama kaasa song from album Waaqayyo Nama Kaasa is released in 2024. The duration of song is 00:05:37. The song is sung by Samnas Berhanu.
Related Tags: Waaqayyo nama kaasa, Waaqayyo nama kaasa song, Waaqayyo nama kaasa MP3 song, Waaqayyo nama kaasa MP3, download Waaqayyo nama kaasa song, Waaqayyo nama kaasa song, Waaqayyo Nama Kaasa Waaqayyo nama kaasa song, Waaqayyo nama kaasa song by Samnas Berhanu, Waaqayyo nama kaasa song download, download Waaqayyo nama kaasa MP3 song