![Uwusera](https://source.boomplaymusic.com/group10/M00/01/07/41fa8db774974d8c95f1a6ff383817fd_464_464.jpg)
Uwusera Lyrics
- Genre:Gospel
- Year of Release:2024
Lyrics
Uwusera - SOZO Acoustic Band
...
uwwiseera *4
olaantummaa kee dhaan humna kee natti bittaa
ulee mootummaa keen hundumaa gaggeessitaa
Waaqa keenya guddaa maqaan kee
uwwiseera hunda Ulfinni kee
uwwiseera Ulfinni kee
uwwiseera guddummaan kee
uwwiseera beekamtiin kee
uwwiseera galanni kee
iji kee akka ibidda barbadaati
sagaleen kee akka huursaa bishaan baay'ee tii
fuulli kee akka biiftuu saafaa ifaa
yesuus namni siin arguu akkamiin jajee hafaa
kan turtee kan jirtu dhaa
alfaadhaaf omeegaadha
Ulfinni kee Guddummaan kee
uuu Beekamtiin kee Galanni kee
simboof surraan martuu Yesus kan keetii
kan keeti ammas kan keetii kan keetii
kan keetii borus kan keeti
Manguddoonni digdamii arfanuu gonfoowwan isaanii
durakeetti gatanii addaan kufanii gombifamanii
Waaqayyo keenya siif ni mala jedhanii
aangoo guddinni Ulfinni siif ni mala jedhanii