Dhangaa Lyrics
- Genre:Gospel
- Year of Release:2024
Lyrics
Hunda caalaa hundaa gararraani
Caalchisen si'in si lakkaawwadhee
Sin jaalladha natti hafaakoo
Onnekoo keechan si olkaawwadhee
Nan carroome an sin si qabaachuukoofi
Naa caaltaa kumaatama girrisuu
Sin na baasa karaa kamiinuu
An sitti siqachuukoo hin hirrisuu X2
Jiidha olmaan gogsaaree dhugaakeen dhoksaaree
Wallaalaa qaroomsee hirkookoo sin na boonsee
Hirkooti ati anaaf hirkooko ee hirkookoo X2
Hin dhageenye hin arginee fokkortuus hamma humnashii
Bubbuu tulluu jigsituu
Maalif waan dabaa heeduu eenyu dhufee booressa
Qaruu ati tiksituu
Burqaa sirraaa nuu burquu hammatus hongeen baraa
Daafee keefiyyuu hin gu'uu
Elaa situ irra lolaatii
Homaa namakee hin godhuu
Summiin ormi ittin du'u
Phaawuloosiif siqtee olchaadhaaf ofkalchaa
Hamaan natti hin bu'u si baasee na galchaa
Sissiriteetta adeemtee karaakoo
Si jira hin sodaatin naan jettaa mucaakoo
Ilaamee an nabeeke waa
Nabeeke waa
Ilaagaa an nabeeke waa
Nama siin jabaatee
Nabeeke waa
Kitilluu hin warraksu
Nabeeke waa
Walakkessa yaaddo
Nabeeke waa
Si'i kan barraksu
Nabeeke waa
Wantan beekee dhaamee
Nabeeke waa
Maccattis addeessu
Nabeeke waa
Dhangaa siin miyaawee
Nabeeke waa
Anumtuu hin hadheessu
Nabeeke waa
Gooftaa warra humna dhabaniif yaaddu
Jaalle xinnaa tuuti tuffate saaddu
Yoosoo siin jabaadhee rakkinaa laafu
Maarree naaf galeen sitti michee waafu
Beekaakoo fagoof na qartee
Otoo homtuu hin beekin na bartee
Fakkessuuf natti hin marminee
Kan hamaakoo yaadu hin sarminee
Goolee golakoo siqiqse
Dubbiikkee narraa sigigse