Guyyaa Galataa Lyrics
- Genre:Gospel
- Year of Release:2024
Lyrics
Si waaqesse dheebuukoo hin baane ammaa amman si yaada
Akka lafaa onaa gogetti keessikoo si barbaada
Afaannikoo maqaakeen fiiga siifan kitabirami
Silaa dur naa dhumtee anaafo garuu siifan jiraami
Barbaadde na fiddem fagoorraa cabe hin hafne karaatti
Bareechhitee kunoo harrakoo guyyaan kunuu kan keeti
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Jireenyakoorratti taheera kan ati jaallatteemi
Ilma mootii na taasisera carraa ati naa filteemi
Daandii mataakootiirra fiige an ofumaan ifaaje
Hamaa narraa geggesitetta kan eebbakoorra ijaajje
Yesuskoo si wajjin michoome guyyaa gaariin argeemi
Hooolaan kalookee keessa dheedhu hin milkoome hin carroome
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Abbaako abbaako ahaa yesuusko jabaako
Ergan si qabaadhe ahehe qajeelte karaankoo
Jiruu saalfachiisaa ahaaha galgala fokkisaa
Narraa urguftetta ahaha na baafte bilisa
Jaalala kee guddaan qabdeetta anaani
Irra keessoo miti kankee garaani
Jaallatameera jaallatame harkuma keetiinan kabajame
Jaallatameera jaallatame harkuma keetiinan kabajame
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Ana nama fagoo ofiin dhiyeessitee
Ayyaanakee guddaa dadhabaan mullifte
Ahaha dadhabaan mullifte
Waroo salphinakoo jijjirte ulfinaani
Badiif kan na eegan ulfinakoo arganii
Ahaha ulfinakoo arganii
Ahaaha maaliinuu hin madaalu
Ahaaha guddaa jaalalaake
ahaaha abidda keessaattu
Ahaha qaqqaba tahuukee
Ahaahah naafis birmatteetta
Ahahah hadhaba jabduutti
Aahahha firiin galataako
Ahaha naaf keesse iddo ati
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa
Siin naa fidee guyyaa galataa